Iniciar sesión
Iniciar sesión
Iniciar sesión
Seleccionar idioma

An-Náml 27:90 ومن جاء بالسيية فكبت وجوههم في النار هل تجزون الا ما كنتم تعملون ٩٠

Página 385 · Juz 20

وَمَن
جَآءَ
بِٱلسَّيِّئَةِ
فَكُبَّتۡ
وُجُوهُهُمۡ
فِي
ٱلنَّارِ
هَلۡ
تُجۡزَوۡنَ
إِلَّا
مَا
كُنتُمۡ
تَعۡمَلُونَ
٩٠
Namni hamtuun dhufe (dalage) fuulleen isaanii ibidda keessatti gonbifamtee “sila waan dalagaa turtan malee mindeeffamtuu?” [isaaniin jedhama].
Continuar leyendo

Lee Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Terrors of the Day of Resurrection, the Rewards for Good Deeds and the Punishments for Evil Deed

Allah tells us about the terrors of the Day when the Sur will be blown. The Sur, as described in the Hadith, is,

«قَرْنٌ يُنْفَخُ فِيه»

(a horn which is blown into.) According to the Hadith about the Su

…

The Terrors of the Day of Resurrection, the Rewards for Good Deeds and the Punishments for Evil Deed

Allah tells us about the terrors of the Day when t

…
Ver Tafsires

Leer en contexto

87. Guyyaa garrii (xurumbaa) keessa afuufamu wantoonni samii keessa jiranuufi dechii keessa jiran hunduu wantoota Rabbiin fedhe malee yeroo isaan rifatan [wanta ta’u yaadadhu] Hundumtuu salphatoo ta’anii gara Isaa (Rabbii) dhufan. 88. Gaarreen kan dhaabbattu ta’uu ishee sehaa argita odoo isheen akka duumessaatti deemtuu. Hojii Rabbii wanta hunda jabeessee [ilaali] Inni waan isin hojjattan keessa beekaadha. 89. Nama gaariin dhufe (dalage) mindaa ishee caalutu isaaf jira; isaan guyyaa san rifannaa irraa nagaa bahoodha. 90. Namni hamtuun dhufe (dalage) fuulleen isaanii ibidda keessatti gonbifamtee “sila waan dalagaa turtan malee mindeeffamtuu?” [isaaniin jedhama]. 91. Kan ani ajajame Gooftaa biyyattii kanaa kan ishee kabaje gabbaruu qofa. Wanti hunduu kan isaati. Muslimoota irraa ta’uuttis ajajameera. 92. Qur’aana dubbisuuttis (ajajameera). Namni qajeele, kan inni qajeelu lubbuma isaatiifi. Nama jallate “Ani akeekkachiiftota irraayi malee kan biraa hin taane” jedhiin. 93. “Faaruun hundi kan AllaahtiInnis fuulduratti mallattoolee Isaa isinitti agarsiisa. Isinis ishee beekuuf jirtu” jedhiin. Rabbiin kee waan isin dalagdan irraa dagataa miti.

- Ghali Apapur Apaghuna

Continuar leyendo

Notas y reflexiones

No tienes ninguna nota ni reflexión sobre este versículo.

Notes placeholders

Mantente conectado al Corán ❤️

Breves recordatorios significativos para reconectar, reflexionar y mantenerse conectado con el Corán.

Lea, escuche, busque y reflexione sobre el Corán

Quran.com es una plataforma confiable utilizada por millones de personas en todo el mundo para leer, buscar, escuchar y reflexionar sobre el Corán en varios idiomas. Ofrece traducciones, tafsir, recitaciones, traducción palabra por palabra y herramientas para un estudio más profundo, haciendo que el Corán sea accesible para todos.

Como Sadaqah Jariyah, Quran.com se dedica a ayudar a las personas a conectar profundamente con el Corán. Con el apoyo de Quran.Foundation , una organización sin fines de lucro 501(c)(3), Quran.com continúa creciendo como un recurso gratuito y valioso para todos, Alhamdulillah.

Navegar
Inicio
Radio Coránica
Recitadores
Sobre nosotros
Desarrolladores
Actualizaciones de productos
Retroalimentación
Ayuda
Donar
Nuestros Proyectos
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Proyectos sin fines de lucro adquiridos, administrados o patrocinados por Quran.Foundation
Enlaces populares
Súplicas del Corán
Versículo del Corán del día
Ayatul Kursi
Yasin
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqiah
Al-Kahf
Al Muzzammil
Mapa del sitio webPrivacidadTérminos y condiciones
© 2026 Quran.com. Reservados todos los derechos
Contribuir