Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa goone.
Sanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira.