Yeroo Nuti "magaalattii tana seenaa; ishee irraas iddoo feetanii [nyaata] bal’aa nyaadhaa, Balbalichas sujuudaa seenaa"[Kadhaan keenyas badiin] nurraa harca'uudha" jedhaa, badii keessan isiniif araaramna, Warra toltuu hojjataniif [mindaa] dabaluuf jirra" jennes [yaadadhaa].