Sign in
Sign in
Sign in
Select Language

Saba 34:4 ليجزي الذين امنوا وعملوا الصالحات اولايك لهم مغفرة ورزق كريم ٤

Page 428 · Juz 22

لِّيَجۡزِيَ
ٱلَّذِينَ
ءَامَنُواْ
وَعَمِلُواْ
ٱلصَّٰلِحَٰتِۚ
أُوْلَٰٓئِكَ
لَهُم
مَّغۡفِرَةٞ
وَرِزۡقٞ
كَرِيمٞ
٤
Isaan amananii toltuuwwan hojjatan mindeessuuf jecha (Qiyaamaan dhufti). Warri sun araaramaafi hiree gaarii ta’etu isaaniif jira.
reading-goal:continue-reading

Read q-and-a.tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Hour will come so that each Person will be rewarded or punished in accordance with His Deeds

This is one of three Ayat -- there is no fourth -- where Allah commands His Messenger to swear by His Almighty Lord that the resurrection will surely come, because the stubborn followers of disbelief deni

…

The Hour will come so that each Person will be rewarded or punished in accordance with His Deeds

This is one of three Ayat -- there is no fourth -- whe

…
View tafsirs

Read related-content

1. Faaruun hundi kan Rabbii Isa wanti samiilee keessaafi wanti dachii keessaa hundi kan Isaa ta’eeti. Aakhirattis faaruun hundi kanuma Isaati. Inni ogeessa, beekaadha. 2. Inni waan dachii keessa seenu, waan ishee irraa bahu, waan samii irraa bu’uufi waan ishee keessa ol ba’us ni beeka. Inni mararfataa, araaramaadha. 3. Warri kafaran “Qiyaamaan nutti hin dhuftu” jedhan. “Akka isin jettanii miti, Rabbii kiyya beekaa waan fagootiin kakadhee! Isheen dhugumatti, isinitti dhufti” jedhiin. Wanti hanga madaala atamii, wanti sana irra xiqqaafi kan sana irra guddaas samii keessaafi dachii keessattis, isa irraa kan hin fagaanne ta’ee, kitaaba ifa baasaa ta’e keessa jiraatu malee (hin hafu). 4. Isaan amananii toltuuwwan hojjatan mindeessuuf jecha (Qiyaamaan dhufti). Warri sun araaramaafi hiree gaarii ta’etu isaaniif jira. 5. Isaan keeyyattoota keenya dadhabsiisoo ta’anii socho’an immoo, adabbii (gosa) azaaba laalessaa irraa ta’etu isaaniif jira.

- Ghali Apapur Apaghuna

reading-goal:continue-reading

Notes and Reflections

reflection-not-available

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute