Yeroma Nuti du’a isa (Suleeymaan) irratti murteessine,wanti du’uu isaa irratti isaan qajelche hin jiru rirma dachii kan ulee isaa nyaattu tokko malee Yeroma inni kufu, jinnoonni odoo iccitii (ghaybii) kan beekan ta’anii, silaa adabbii salphisaa ta’e keessa hin turan jechuu hubatan.