Sila maaltu isiniif jiraatee karaa Rabbii keessatti, kan hinlolle? kan warri dadhaboo dhiirota, dubartoota, ijoollee irraa ta’an, jedhan “Gooftaa keenya! Magaalattii jiraattonni ishee miidhaa raawwattoota ta'an kana irraa nu baasi; gargaaraa Si biraa ta’es nuuf taasisi; tumsaa Si biraa ta’es nuuf taasisi” (jedhaniif jettanii hin lolle?)