Sila Rabbiifi malaa’ikoonni, gaaddisa duumessa irraa ta’e keessaan isaanitti dhufuu malee waan biraa eeganii?
Murteen raawwatame. Wantoonni hunduu gamuma Rabbii deebifamti.