Warra isiniin lolan) bakkuma isaan argitanitti isaan ajjeesaa, Iddoo isaan isin baasan irraas isaan baasaa, mokkoraat (Shirkiitu) ajjeechaa caalaa hamaadha, Masjidal-Haraam biratti,isin isaan hin waraaninaa, hanga isaan isa keessatti isin waraananitti, Yoo isaan isin waraanan, isinis isaan ajjeesaa, galanni kaafirootaa akkuma kana.