Yeroo isaaniin jedhame [yaadadhaa] "magaalattii tana keessa jiraadhaa; ishee irraa bakka feetanii nyaadhaa, (kan nu feenu Badiin nurraa) harca'uudhas' jedhaa, Balbalas sujuuda godhaa seenaa, Badiiwwan keessan isiniif dhiifna,(galata) warra toltuu hojjataniis ni daballa"