Ingia
Ingia
Ingia
Chagua Lugha

Ash-Shuura 42:30 وما اصابكم من مصيبة فبما كسبت ايديكم ويعفو عن كثير ٣٠

Ukurasa 486 · Juzuu 25

وَمَآ
أَصَٰبَكُم
مِّن
مُّصِيبَةٖ
فَبِمَا
كَسَبَتۡ
أَيۡدِيكُمۡ
وَيَعۡفُواْ
عَن
كَثِيرٖ
٣٠
Hamtuu irraa wanti isin tuqe waanuma harki keessan hojjatteefi; baay’ee irraa dhiifama godha.
reading-goal:continue-reading

Soma q-and-a.tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Among the Signs of Allah is the Creation of the Heavens and the Earth

وَمِنْ ءَايَتِهِ

(And among His Ayat) the signs which point to His great might and power,

خَلْقُ السَّمَوَتِ وَالاٌّرْضِ وَمَا بَثَّ فِيهِمَا

(is the creation of the heavens and the earth, and whatever moving creatures He has disperse

…

Among the Signs of Allah is the Creation of the Heavens and the Earth

وَمِنْ ءَايَتِهِ

(And among His Ayat) the signs which point to His great might and

…
Tazama tafsirs

Soma related-content

30. Hamtuu irraa wanti isin tuqe waanuma harki keessan hojjatteefi; baay’ee irraa dhiifama godha. 31. Isinis dachii keessatti Rabbi duraa bahoo miti. Rabbiin ala jaalalleefi tumsaanis isiniif hin jiru. 32. Mallattoolee isaa irraayi Dooniiwwan akka tabbaa kan galaana keessa yaa’an. 33. Yoo fedhe qilleensa cal’isiiseeti dugda isaa irra tattaa’oo ta’u turan. Kana keessa warra akkaan obsanii, galatoomfatan hundaaf mallattooleetu jira. 34. Yookiin waan isaan hojjataniin isaan balleessa; baay’ee irraa dhiifama godha. 35. Akka beekaniif Isaan keeyyattoota keenya keessatti falman bakki itti goran isaaniif hinjiru. 36. Wahirraa wanti isin kennamtan kamiyyuu qananii jireenya addunyaati. Waan Rabbiin bira jiruutu caalaafi hafaadha isaan amananii, Gooftaa isaanii irratti hirkataniif . 37. Isaan warra dilii gurguddaafi gochaalee fokkatoos irraa fagaatanii, yeroo dallananis dhiifama godhaniidha. 38. Isaan warra Gooftaa isaaniitiif owwaatanii, salaataas sirnaan sagadanii, kan dhimmi isaanii jidduu isaaniitti wal marii ta’ee, waan nuti isaaniif kennine irraa arjoomaniidha. 39. Isaan warra yeroo miidhaan isaan qunname (haqaan) haaloo bahataniidha. 40. Galanni hamtuu hamtuma akka isheeti. Namni dhiifama godhee, (hariiroos) tolche galanni isaa Rabbi irra jira. Inni (Allaahn) miidhaa hojjattoota hin jaallatu. 41. Namni erga miidhamee booda haaloo bahate, isaan sun diliin isaan irra hin jiru. 42. Komiin kan jiru isaan namoota miidhanii, haqaan ala dachii keessatti daangaa dabran irratti. Isaan sun adabbii laalessaatu isaaniif jira. 43. Namni obsee irra dabre, sun dhimmoota gurguddoo irraayi.

- Ghali Apapur Apaghuna

reading-goal:continue-reading

Maelezo na Tafakari

reflection-not-available

Notes placeholders

Endelea Kuungana na Qur'ani ❤️

Vikumbusho vifupi vyenye maana vinavyoweka upya maisha yako, kukusaidia kutafakari na kuendelea kushikamana na Qur'ani.

Soma, Sikiliza, Tafuta, na Tafakari Qur'ani

Quran.com ni jukwaa linaloaminika na linalotumiwa na mamilioni duniani kote kusoma, kutafuta, kusikiliza na kutafakari kuhusu Qur'ani katika lugha tofauti. Inatoa huduma za tarjuma, tafsiri, vikariri, tarjuma ya neno kwa neno, na zana za ufahamu wa kina, kuifanya Qur'ani ipatikane na kila mtu.

Kama mbinu ya Sadaqah Jariyah, Quran.com imejitolea kusaidia watu kuunganishwa kwa kina na Qur'ani. Ikiungwa mkono na Quran.Foundation , shirika lisilo la faida la 501(c)(3), Quran.com inaendelea kukua kama rasilimali ya bila malipo na yenye thamani kwa wote, Alhamdulillah.

Chunguza
Nyumbani
Redio ya Qur'ani
Wasomaji
Kutuhusu
Watengenezaji
Sasisho za Bidhaa
Maoni
Msaada
Changia
Miradi Yetu
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Miradi isiyo ya faida inayomilikiwa, kusimamiwa, au kufadhiliwa na Quran.Foundation
Viungo Maarufu
Dua kutoka Quran
Aya ya Quran ya Siku
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
Ramani ya tovutiFaraghaSheria na Masharti
© 2026 Quran.com. Haki Zote Zimehifadhiwa
Changia