Iniciar sesión
Iniciar sesión
Iniciar sesión
Seleccionar idioma

Ar-Rahmán 55:45 فباي الاء ربكما تكذبان ٤٥

Página 533 · Juz 27

فَبِأَيِّ
ءَالَآءِ
رَبِّكُمَا
تُكَذِّبَانِ
٤٥
Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
Continuar leyendo

Lee Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Horrors of the Day of Resurrection

Allah said,

فَإِذَا انشَقَّتِ السَّمَآءُ

(Then when the heaven is rent asunder,) on the Day of Resurrection; this meaning is clear in this and similar Ayat, such as,

وَانشَقَّتِ السَّمَآءُ فَهِىَ يَوْمَئِذٍ وَاهِيَةٌ

(And the heaven will be rent asunder, for that D

…

The Horrors of the Day of Resurrection

Allah said,

فَإِذَا انشَقَّتِ السَّمَآءُ

(Then when the heaven is rent asunder,) on the Day of Resurrection; this

…
Ver Tafsires

Leer en contexto

26. Wanti ishee (dachii) gubbaa jiru hundi ni dhabama. 27. Fuulli Gooftaa keetii nihafa, kan saahiba guddinaafi ulfinaa tahe. 28. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 29. Wanti samiileefi dachii keessa jiru hundi Isa kadhata. Guyyaa hunda Inni hojiitti jira. 30. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 31. Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna. 32. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 33. Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiileefi dachii qaxxaamuruu dandeessan, qaxxaamuraa, Dandeettiin malee hin qaxxaamurtan. (dandeeytii ammoo hin qabdan). 34. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 35. Isin lamaan irratti boba’aa Ibidda irraa ta’eefi sibiila baqetu ergama. Ergasii waliif hintumsitan. 36. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 37. Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate. 38. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 39. guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu Ilmi namaas ta’ee jinniin. 40. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 41. Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamu. Sammuuleefi miillan ni qabamu. 42. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 43. “Tun jahannam ishee yakkamtoonni sobsiisaa turaniidha” (jedhama). 44. Gidduu isheetiifi gidduu bishaan akkaan danfaa ta’ee naanna’u. 45. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?

- Ghali Apapur Apaghuna

Continuar leyendo

Notas y reflexiones

No tienes ninguna nota ni reflexión sobre este versículo.

Notes placeholders

Mantente conectado al Corán ❤️

Breves recordatorios significativos para reconectar, reflexionar y mantenerse conectado con el Corán.

Lea, escuche, busque y reflexione sobre el Corán

Quran.com es una plataforma confiable utilizada por millones de personas en todo el mundo para leer, buscar, escuchar y reflexionar sobre el Corán en varios idiomas. Ofrece traducciones, tafsir, recitaciones, traducción palabra por palabra y herramientas para un estudio más profundo, haciendo que el Corán sea accesible para todos.

Como Sadaqah Jariyah, Quran.com se dedica a ayudar a las personas a conectar profundamente con el Corán. Con el apoyo de Quran.Foundation , una organización sin fines de lucro 501(c)(3), Quran.com continúa creciendo como un recurso gratuito y valioso para todos, Alhamdulillah.

Navegar
Inicio
Radio Coránica
Recitadores
Sobre nosotros
Desarrolladores
Actualizaciones de productos
Retroalimentación
Ayuda
Donar
Nuestros Proyectos
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Proyectos sin fines de lucro adquiridos, administrados o patrocinados por Quran.Foundation
Enlaces populares
Súplicas del Corán
Versículo del Corán del día
Ayatul Kursi
Yasin
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqiah
Al-Kahf
Al Muzzammil
Mapa del sitio webPrivacidadTérminos y condiciones
© 2026 Quran.com. Reservados todos los derechos
Contribuir