Ingia
Ingia
Ingia
Chagua Lugha

Al-Haqqah 69:32 ثم في سلسلة ذرعها سبعون ذراعا فاسلكوه ٣٢

Ukurasa 567 · Juzuu 29

ثُمَّ
فِي
سِلۡسِلَةٖ
ذَرۡعُهَا
سَبۡعُونَ
ذِرَاعٗا
فَٱسۡلُكُوهُ
٣٢
Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama ta'e keessa isa seensisaa.
reading-goal:continue-reading

Soma q-and-a.tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Bad Condition of Whoever is given His Record in His Left Hand

These Ayat inform about the condition of the wretched people when one of them is given his Record (of deeds) in his left hand when the people are brought before Allah. At this time he will be very remorseful.

وَأَمَّا مَنْ أُوتِىَ كِتَب

…

The Bad Condition of Whoever is given His Record in His Left Hand

These Ayat inform about the condition of the wretched people when one of them is give

…
Tazama tafsirs

Soma related-content

19. Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba kiyya dubbisaa. 20. Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.” 21. Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a. 22. Jannata ol fuudhamtuu keessa (ta'a). 23. Kan firiiwwan ishee dhihoo ta'an; 24. "Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama). 25. Ammoo Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu baadhee. 26. Qormaanni kiyya maal akka ta'es (odoon) beekuu baadhee. 27. Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa! 28. Qabeenyi kiyya homaa narraa hindeebifne (fayyadne). 29. Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha). 30. Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa). 31. Ergasii ibidda isa seensisaa. 32. Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama ta'e keessa isa seensisaa. 33. Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture. 34. Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture. 35. Har’a asitti firri isaaf hin jiru. 36. Nyaannis malaa (warra ibiddaa) irraa malee hin jiru. 37. Warra dilaawoo malee isa hin nyaatu.

- Ghali Apapur Apaghuna

reading-goal:continue-reading

Maelezo na Tafakari

reflection-not-available

Notes placeholders

Endelea Kuungana na Qur'ani ❤️

Vikumbusho vifupi vyenye maana vinavyoweka upya maisha yako, kukusaidia kutafakari na kuendelea kushikamana na Qur'ani.

Soma, Sikiliza, Tafuta, na Tafakari Qur'ani

Quran.com ni jukwaa linaloaminika na linalotumiwa na mamilioni duniani kote kusoma, kutafuta, kusikiliza na kutafakari kuhusu Qur'ani katika lugha tofauti. Inatoa huduma za tarjuma, tafsiri, vikariri, tarjuma ya neno kwa neno, na zana za ufahamu wa kina, kuifanya Qur'ani ipatikane na kila mtu.

Kama mbinu ya Sadaqah Jariyah, Quran.com imejitolea kusaidia watu kuunganishwa kwa kina na Qur'ani. Ikiungwa mkono na Quran.Foundation , shirika lisilo la faida la 501(c)(3), Quran.com inaendelea kukua kama rasilimali ya bila malipo na yenye thamani kwa wote, Alhamdulillah.

Chunguza
Nyumbani
Redio ya Qur'ani
Wasomaji
Kutuhusu
Watengenezaji
Sasisho za Bidhaa
Maoni
Msaada
Changia
Miradi Yetu
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Miradi isiyo ya faida inayomilikiwa, kusimamiwa, au kufadhiliwa na Quran.Foundation
Viungo Maarufu
Dua kutoka Quran
Aya ya Quran ya Siku
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
Ramani ya tovutiFaraghaSheria na Masharti
© 2026 Quran.com. Haki Zote Zimehifadhiwa
Changia