Ingia
Ingia
Ingia
Chagua Lugha

Adh-Dhaariyat 51:9 يوفك عنه من افك ٩

Ukurasa 521 · Juzuu 26

يُؤۡفَكُ
عَنۡهُ
مَنۡ
أُفِكَ
٩
Kan namni haqa irraa garagalfamu ittiin garagalfamuudha.
reading-goal:continue-reading

Soma q-and-a.tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Affirming the News of the Resurrection The Commander of the faithful,

`Ali bin Abi Talib may Allah be pleased with him, ascended the Minbar in Kufah and declared, "Any Ayah in t

…

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Affirming the News of the

…
Tazama tafsirs

Soma related-content

1. (Qilleensa) bubbisiinsa bubbiftuunin kakadha. 2. (Duumessa bishaan) ulfaataa baadhattuunis. 3. (Dooniwwan) haala salphaan (bishaan gubbaa) yaa’aniinis. 4. (Maleykota) ajaja (Rabbii) raabsaniinis. 5. Wanti isin beellamamtan dhugaadha. 6. Murtiin argamaadha. 7. Samii abbaa miidhaginaatiin 9karaa urjiitiin) kakadhe. 8. Isin yaada wal dhadhabaa keessa jirtu. 9. Kan namni haqa irraa garagalfamu ittiin garagalfamuudha. 10. Sobdoonni abaaramaniiru. 11. Isaan sun wallaaluma keessatti kan of dagataniidha. 12. “Guyyaan galataa yoomi?” (jechuun) gaafatu. 13. (Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamanii (qoratamaniidha). 14. “Adaba keessan dhandhamaa, kun ka isa jarjarsiifachaa turtani ” (isaaniin jedhama). 15. Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu. 16. Waan Gooftaan isaanii isaaniif kenne fudhatoodha, Isaan sana dura toltuu hojjattoota turan. 17. Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan. 18. Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhatan. 19. qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jira. 20. Dachii keessa mu'imintootaaf mallattooleetu jiru. 21. Lubbuulee keessan keessas (akkasuma), Sila hin argitanuu? 22. Samii keessa jira Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis. 23. Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuuti.

- Ghali Apapur Apaghuna

reading-goal:continue-reading

Maelezo na Tafakari

reflection-not-available

Notes placeholders

Endelea Kuungana na Qur'ani ❤️

Vikumbusho vifupi vyenye maana vinavyoweka upya maisha yako, kukusaidia kutafakari na kuendelea kushikamana na Qur'ani.

Soma, Sikiliza, Tafuta, na Tafakari Qur'ani

Quran.com ni jukwaa linaloaminika na linalotumiwa na mamilioni duniani kote kusoma, kutafuta, kusikiliza na kutafakari kuhusu Qur'ani katika lugha tofauti. Inatoa huduma za tarjuma, tafsiri, vikariri, tarjuma ya neno kwa neno, na zana za ufahamu wa kina, kuifanya Qur'ani ipatikane na kila mtu.

Kama mbinu ya Sadaqah Jariyah, Quran.com imejitolea kusaidia watu kuunganishwa kwa kina na Qur'ani. Ikiungwa mkono na Quran.Foundation , shirika lisilo la faida la 501(c)(3), Quran.com inaendelea kukua kama rasilimali ya bila malipo na yenye thamani kwa wote, Alhamdulillah.

Chunguza
Nyumbani
Redio ya Qur'ani
Wasomaji
Kutuhusu
Watengenezaji
Sasisho za Bidhaa
Maoni
Msaada
Changia
Miradi Yetu
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Miradi isiyo ya faida inayomilikiwa, kusimamiwa, au kufadhiliwa na Quran.Foundation
Viungo Maarufu
Dua kutoka Quran
Aya ya Quran ya Siku
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
Ramani ya tovutiFaraghaSheria na Masharti
© 2026 Quran.com. Haki Zote Zimehifadhiwa
Changia