Iniciar sesión
Iniciar sesión
Iniciar sesión
Seleccionar idioma

Sábá' 34:32 قال الذين استكبروا للذين استضعفوا انحن صددناكم عن الهدى بعد اذ جاءكم بل كنتم مجرمين ٣٢

Página 432 · Juz 22

قَالَ
ٱلَّذِينَ
ٱسۡتَكۡبَرُواْ
لِلَّذِينَ
ٱسۡتُضۡعِفُوٓاْ
أَنَحۡنُ
صَدَدۡنَٰكُمۡ
عَنِ
ٱلۡهُدَىٰ
بَعۡدَ
إِذۡ
جَآءَكُمۖ
بَلۡ
كُنتُم
مُّجۡرِمِينَ
٣٢
Isaan boonaa turanis isaan dadhaboo turaniin “sila nutu karaa qajeelaa irraa isin deebisee erga inni isinitti dhufee booda? Lakkisaa! Isinumatu yakkamtoota taatan” jedhuun.
Continuar leyendo

Lee Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

How the Disbelievers have agreed in this World to deny the Truth,and how They will dispute with One Another on the Day ofResurrection

Allah tells us about the excessive wrongdoing and stubbornness of the disbelievers, and their insistence on not believing in the Holy Qur'an and what it tells them abo

…

How the Disbelievers have agreed in this World to deny the Truth,and how They will dispute with One Another on the Day ofResurrection

Allah tells us ab

…
Ver Tafsires

Leer en contexto

31. Isaan kafaran “Qur’aana kanaafi (kitaaba) isa dura bu’ettis hin amannu” jedhan. osoo gartee yeroo Miidhaa raawwattoonni Gooftaa isaanii bira dhaabbatanii jecha gariin isaanii garii irratti deebisu (Silaa wanta cimaa agarta turte). Isaan dadhaboo turan isaan boonaa turaniin “odoo isin jiraachuu baattanii silaa nuti mu'imintoota taana turre” jedhu. 32. Isaan boonaa turanis isaan dadhaboo turaniin “sila nutu karaa qajeelaa irraa isin deebisee erga inni isinitti dhufee booda? Lakkisaa! Isinumatu yakkamtoota taatan” jedhuun. 33. Isaan dadhaboo turan isaan boonaa turaniin “Lakkisaa; mala keessan kan halkaniifi guyyaatu; yeroo akka Rabbitti kafarruufi hiriyootaas akka Isaaf taasifnu nu ajajjan santu (badii keessa nu buuse).” jedhan. (Hundi isaaniituu) yeroo adabicha argan gaabbii (sheenaa) isaanii ni dhokfatan. Mormaawwan warra kafaranii keessa dirii (sansalata) goone. Sila waan dalagaa turan malee ni mindeeffamuu? 34. Magaalaa kamillee keessatti akeekkachiisaa tokkoyuu erginee badhaadhoon ishee “nuti waan isin ittiin ergamatan kanatti kafaroodha” jedhan malee hin hafanu. 35. “Nuti qabeenyaaleefi ilmaanis isin caalaa baay’ee qabna. Nuti kan adabamnu hin taane” jedhan. 36. “Dhugumatti, Gooftaan kiyya soorata nama fedheef bal’isa; (kan fedhe irratti immoo) ni dhiphisa. Garuu irra hedduun namaa (kana) hin beekanu” jedhiin.

- Ghali Apapur Apaghuna

Continuar leyendo

Notas y reflexiones

No tienes ninguna nota ni reflexión sobre este versículo.

Notes placeholders

Mantente conectado al Corán ❤️

Breves recordatorios significativos para reconectar, reflexionar y mantenerse conectado con el Corán.

Lea, escuche, busque y reflexione sobre el Corán

Quran.com es una plataforma confiable utilizada por millones de personas en todo el mundo para leer, buscar, escuchar y reflexionar sobre el Corán en varios idiomas. Ofrece traducciones, tafsir, recitaciones, traducción palabra por palabra y herramientas para un estudio más profundo, haciendo que el Corán sea accesible para todos.

Como Sadaqah Jariyah, Quran.com se dedica a ayudar a las personas a conectar profundamente con el Corán. Con el apoyo de Quran.Foundation , una organización sin fines de lucro 501(c)(3), Quran.com continúa creciendo como un recurso gratuito y valioso para todos, Alhamdulillah.

Navegar
Inicio
Radio Coránica
Recitadores
Sobre nosotros
Desarrolladores
Actualizaciones de productos
Retroalimentación
Ayuda
Donar
Nuestros Proyectos
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Proyectos sin fines de lucro adquiridos, administrados o patrocinados por Quran.Foundation
Enlaces populares
Súplicas del Corán
Versículo del Corán del día
Ayatul Kursi
Yasin
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqiah
Al-Kahf
Al Muzzammil
Mapa del sitio webPrivacidadTérminos y condiciones
© 2026 Quran.com. Reservados todos los derechos
Contribuir