Giriş yap
Giriş yap
Giriş yap
Dil Seçin

Luqman 31:5 اولايك على هدى من ربهم واولايك هم المفلحون ٥

Sayfa 411 · Cüz 21

أُوْلَٰٓئِكَ
عَلَىٰ
هُدٗى
مِّن
رَّبِّهِمۡۖ
وَأُوْلَٰٓئِكَ
هُمُ
ٱلۡمُفۡلِحُونَ
٥
Isaan sun qajeeluma Gooftaa isaanii irraa ta’e irra jiru. Isaan sun isaanumatu milkaa’oodha.
Devamını Okuyun

Tefsir okuyun.

Ibn Kathir (Abridged)

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the name of Allah, the Beneficent, the Merciful

The Doomed are preoccupied with Idle Talk and They turn away from the Ayat of Allah

When Allah mentions the blessed -- who are those who are guided by the Book of Allah and benefit

…

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the name of Allah, the Beneficent, the Merciful

The Doomed are preoccupied wit

…
Görüş Tefsirler

Bağlam içinde okuyun

1. Alif Laam Miim. 2. Tun keeyyattoota kitaaba ogummaan guutameeti. 3. Isaan toltuu hojjataniif qajeelumaafi rahmata haala ta’een (buufame). 4. Isaan warra salaata (haqaan) sagadaniifi zakaas kennataniidha. Isaan isaanumatu Aakhiraa dhugoomsa. 5. Isaan sun qajeeluma Gooftaa isaanii irraa ta’e irra jiru. Isaan sun isaanumatu milkaa’oodha. 6. Namoota irraa nama haasawa taphaa bituutu jira. beekumsaan ala karaa Rabbii irraa ittiin (nama) jallisuuf, meeshaa taphaa taasifachuuf. Isaan sana adabbii xiqqeessaatu isaaniif jira. 7. Yeroo keeyyattoonni keenya isa irratti dubbifamte, boonaa ta’ee irraa garagala akka waan hin dhaga’iniitti, akka waan gurra isaa lamaan keessa duudummaan jiruu, Adabbii laalessaan isa gammachiisi. 8. Isaan amananii gaggaarii hojjatan jannatoota qananiitu isaaniif jira. 9. Ishee keessa zalaalam jiraatoo tahanii (ishee seenu). Rabbiin waadaa dhugaa isaaniif gale. Inni injifataa, ogeessa. 10. Samii utubaalee malee uumne; (isin) ishee ni agartu. Gaarreen (gadi dhaabdota) dachii keessa kaaye, akka (dachiin) isiniin hin sochooneef. Lubbu qabeeyyii hunda irraas ishee keessatti facaase. Bishaan Samii irraa buufnee, gosoota gaggaarii hundarraa ishee keessatti magarsine. 11. Kun uumaa Rabbiiti. Mee waan isaan Isaa gadii uuman na agarsiisaa. Dhugumatti miidhaa hojjattoonni jal’ina ifa galaa keessa jiru.

- Ghali Apapur Apaghuna

Devamını Okuyun

Notlar ve Düşünceler

Bu ayetle ilgili herhangi bir notunuz veya düşünceniz yok.

Notes placeholders

Kur'an'la bağlantınızı koruyun ❤️

Yeniden başlamak, düşünmek ve Kur'an'la bağlantıda kalmak için kısa ve anlamlı hatırlatmalar.

Kuran'ı Oku, Dinle, Araştır ve Üzerinde Düşün

Quran.com, dünya çapında milyonlarca kişinin Kur'an'ı birden fazla dilde okumak, aramak, dinlemek ve üzerinde düşünmek için kullandığı güvenilir bir platformdur. Çeviriler, tefsirler, kıraatler, kelime kelime çeviriler ve derinlemesine inceleme araçları sunarak Kur'an'ı herkes için erişilebilir hale getirir.

Bir Sadaka-i Cariye olarak Quran.com, insanların Kur'an ile derin bir bağ kurmasına yardımcı olmaya kendini adamıştır. 501(c)(3) kar amacı gütmeyen bir kuruluş olan Kur'an Vakfı tarafından desteklenen Quran.com, Elhamdülillah herkes için ücretsiz ve değerli bir kaynak olarak büyümeye devam ediyor.

Keşfedin
Anasayfa
Kuran Radyo
Okuyucular
Hakkımızda
Geliştiriciler
Ürün Güncellemeleri
Geri Bildirim
Yardım
Bağış Yapın
Projelerimiz
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Quran.Foundation tarafından sahip olunan, yönetilen veya desteklenen kar amacı gütmeyen projeler
Popüler Bağlantılar
Kur'an'dan Dualar
Günün Kur'an Ayeti
Ayatul Kursi
Surah Yaseen
Surah Al Mulk
Surah Ar-Rahman
Surah Al Waqi'ah
Surah Al Kahf
Surah Al Muzzammil
Site HaritasıGizlilikŞartlar ve koşullar
© 2026 Quran.com. Her hakkı saklıdır
Katkı yapmak