Giriş yap
Giriş yap
Giriş yap
Dil Seçin

Ibrahim 14:48 يوم تبدل الارض غير الارض والسماوات وبرزوا لله الواحد القهار ٤٨

Sayfa 261 · Cüz 13

يَوۡمَ
تُبَدَّلُ
ٱلۡأَرۡضُ
غَيۡرَ
ٱلۡأَرۡضِ
وَٱلسَّمَٰوَٰتُۖ
وَبَرَزُواْ
لِلَّهِ
ٱلۡوَٰحِدِ
ٱلۡقَهَّارِ
٤٨
Guyyaa dachiin dachii biraatti jijjiiramtee samiileenis (akkasuma taatee), Rabbii tokkicha, injifataa ta’eef (uumamni hundi) walitti qabamanii mul’atan [yaadadhu].
Devamını Okuyun

Tefsir okuyun.

Ibn Kathir (Abridged)

Allah never breaks a Promise

فَلاَ تَحْسَبَنَّ اللَّهَ مُخْلِفَ وَعْدِهِ رُسُلَهُ

(So think not that Allah will fail to keep His promise to His Messengers.) His promise to grant them victory in this life and on the Day when the Witnesses shall come forth. Allah affirms that He is All-Able and that not

…

Allah never breaks a Promise

فَلاَ تَحْسَبَنَّ اللَّهَ مُخْلِفَ وَعْدِهِ رُسُلَهُ

(So think not that Allah will fail to keep His promise to His Messenge

…
Görüş Tefsirler

Bağlam içinde okuyun

42. Rabbiin Waan zaalimtoonni hojjatanirraa dagataa hin sehin. Kan Rabbiin booda isaan aansuuf guyyaa isa keessa ijoowwan banamtee ol fuudhamtuufi. 43. (Gara waamichaatti) daddafoodha, mataalee isaanii kan ol kaasan ta’anii (ijji isaanii ol kaati), Ijji isaanii gara isaaniitti hin deebi'u, Qalbiileen isaaniis duwwaadha. 44. Ilma namaa akeekkachiis guyyaa adabichi isaanitti dhufee, warri miidhaa hojjatan nijedhan “Gooftaa keenya! hanga beellama dhihootti booda nu aansi; waamicha Kee awwaannee ergamoota keetis hordofna”. (isaaniin jedhama) “Sila isin kanaan dura (addunyaa irraa) deemsi isiniif hinjirurratti kakachaa hin turree? 45. Manneen warra lubbuulee isaanii miidhanii keessa jiraattan. Akkam akka isaanitti hojjannes ifa isiniif ta’eera. Fakkeenya hedduus isiniif gooneerra” (jedhamaan). 46. (Isaan) dhugumatti mala isaanii malaniiru. Malli isaanii (galanni isaa) Rabbiin bira jira. Tooftaan isaanii kan gaarri isa irraa bakka deemtuu miti. 47. Rabbiin waadaa Isaa kan ergamtoota Isaatiif gale diigaa ta’uu hin yaadin. Dhugumatti, Rabbiin injifataa, abbaa haaloo bahannaati. 48. Guyyaa dachiin dachii biraatti jijjiiramtee samiileenis (akkasuma taatee), Rabbii tokkicha, injifataa ta’eef (uumamni hundi) walitti qabamanii mul’atan [yaadadhu]. 49. Guyyaa san badii hojjattoota sakaallaalee keessatti kan walitti qindaa’an ta’anii argita. 50. Qamiisni isaaniis “qanxiraana” (reenjii) irraayyi. Ibiddi fuula isaanii ni haguugdi. 51. Rabbiin lubbuu hunda waan isheen dalagdeen mindaa galchuuf (kana godhe). Dhugumatti, Rabbiin herregni isaa saffisaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Devamını Okuyun

Notlar ve Düşünceler

Bu ayetle ilgili herhangi bir notunuz veya düşünceniz yok.

Notes placeholders

Kur'an'la bağlantınızı koruyun ❤️

Yeniden başlamak, düşünmek ve Kur'an'la bağlantıda kalmak için kısa ve anlamlı hatırlatmalar.

Kuran'ı Oku, Dinle, Araştır ve Üzerinde Düşün

Quran.com, dünya çapında milyonlarca kişinin Kur'an'ı birden fazla dilde okumak, aramak, dinlemek ve üzerinde düşünmek için kullandığı güvenilir bir platformdur. Çeviriler, tefsirler, kıraatler, kelime kelime çeviriler ve derinlemesine inceleme araçları sunarak Kur'an'ı herkes için erişilebilir hale getirir.

Bir Sadaka-i Cariye olarak Quran.com, insanların Kur'an ile derin bir bağ kurmasına yardımcı olmaya kendini adamıştır. 501(c)(3) kar amacı gütmeyen bir kuruluş olan Kur'an Vakfı tarafından desteklenen Quran.com, Elhamdülillah herkes için ücretsiz ve değerli bir kaynak olarak büyümeye devam ediyor.

Keşfedin
Anasayfa
Kuran Radyo
Okuyucular
Hakkımızda
Geliştiriciler
Ürün Güncellemeleri
Geri Bildirim
Yardım
Bağış Yapın
Projelerimiz
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Quran.Foundation tarafından sahip olunan, yönetilen veya desteklenen kar amacı gütmeyen projeler
Popüler Bağlantılar
Kur'an'dan Dualar
Günün Kur'an Ayeti
Ayatul Kursi
Surah Yaseen
Surah Al Mulk
Surah Ar-Rahman
Surah Al Waqi'ah
Surah Al Kahf
Surah Al Muzzammil
Site HaritasıGizlilikŞartlar ve koşullar
© 2026 Quran.com. Her hakkı saklıdır
Katkı yapmak