Iniciar sesión
Iniciar sesión
Iniciar sesión
Seleccionar idioma

Al-Mumtájana 60:1 يا ايها الذين امنوا لا تتخذوا عدوي وعدوكم اولياء تلقون اليهم بالمودة وقد كفروا بما جاءكم من الحق يخرجون الرسول واياكم ان تومنوا بالله ربكم ان كنتم خرجتم جهادا في سبيلي وابتغاء مرضاتي تسرون اليهم بالمودة وانا اعلم بما اخفيتم وما اعلنتم ومن يفعله منكم فقد ضل سواء السبيل ١

Página 549 · Juz 28

يَٰٓأَيُّهَا
ٱلَّذِينَ
ءَامَنُواْ
لَا
تَتَّخِذُواْ
عَدُوِّي
وَعَدُوَّكُمۡ
أَوۡلِيَآءَ
تُلۡقُونَ
إِلَيۡهِم
بِٱلۡمَوَدَّةِ
وَقَدۡ
كَفَرُواْ
بِمَا
جَآءَكُم
مِّنَ
ٱلۡحَقِّ
يُخۡرِجُونَ
ٱلرَّسُولَ
وَإِيَّاكُمۡ
أَن
تُؤۡمِنُواْ
بِٱللَّهِ
رَبِّكُمۡ
إِن
كُنتُمۡ
خَرَجۡتُمۡ
جِهَٰدٗا
فِي
سَبِيلِي
وَٱبۡتِغَآءَ
مَرۡضَاتِيۚ
تُسِرُّونَ
إِلَيۡهِم
بِٱلۡمَوَدَّةِ
وَأَنَا۠
أَعۡلَمُ
بِمَآ
أَخۡفَيۡتُمۡ
وَمَآ
أَعۡلَنتُمۡۚ
وَمَن
يَفۡعَلۡهُ
مِنكُمۡ
فَقَدۡ
ضَلَّ
سَوَآءَ
ٱلسَّبِيلِ
١
Yaa warra amantan! Diina kiyyaafi diina keessan jaalalleewwan hin godhatinaa. kan isin gara isaaniitti jaalala dhaqqabsiiftan (hingodhatinaa). dhugaa irraa waan isinitti dhufetti kafaranii jiran. Ergamichaafi isinis baasanii jiranuu, sababa isin Rabbii Gooftaa keessan ta'etti amantaniif qofa. Yoo karaa Kiyya keessatti qabsaa'uufi jaalala Kiyya barbaacha kan baatan taataniif (jaalalloo hin godhatinaa). kan gara isaaniitti iccitiin jaalala dhaqqabsiiftan (hingodhatinaa). Ani waan isin dhoksitaniifi waan isin ifa gootan ninbeeka. Isin irraa namni kana hojjate dhugumatti karaa qajeelaa irraa jallateera.
Continuar leyendo

Lee Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Which was revealed in Al-Madinah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Reason behind revealing Surat Al-Mumtahanah

The story of Hatib bin Abi Balta`ah is the reason behind revealing the beginning of this honorable Surah. Hatib was among the Ear

…

Which was revealed in Al-Madinah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Reason behind revealin

…
Ver Tafsires

Leer en contexto

1. Yaa warra amantan! Diina kiyyaafi diina keessan jaalalleewwan hin godhatinaa. kan isin gara isaaniitti jaalala dhaqqabsiiftan (hingodhatinaa). dhugaa irraa waan isinitti dhufetti kafaranii jiran. Ergamichaafi isinis baasanii jiranuu, sababa isin Rabbii Gooftaa keessan ta'etti amantaniif qofa. Yoo karaa Kiyya keessatti qabsaa'uufi jaalala Kiyya barbaacha kan baatan taataniif (jaalalloo hin godhatinaa). kan gara isaaniitti iccitiin jaalala dhaqqabsiiftan (hingodhatinaa). Ani waan isin dhoksitaniifi waan isin ifa gootan ninbeeka. Isin irraa namni kana hojjate dhugumatti karaa qajeelaa irraa jallateera. 2. Yoo isin arganiif diinota isiniif ta'u. Harkoowwaniifi arraboowwan isaanii hamtuun gara keessanitti diriirsu. osoo kafartanii jaalatu. 3. Firoonni keessaniifi ilmaan keessanis homaa isin hin fayyadanu; Guyyaa Qiyaamaa (Rabbiin) jidduu keessan addaan isin baasa. Rabbiin waan isin hojjattan argaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Continuar leyendo

Notas y reflexiones

No tienes ninguna nota ni reflexión sobre este versículo.

Notes placeholders

Mantente conectado al Corán ❤️

Breves recordatorios significativos para reconectar, reflexionar y mantenerse conectado con el Corán.

Lea, escuche, busque y reflexione sobre el Corán

Quran.com es una plataforma confiable utilizada por millones de personas en todo el mundo para leer, buscar, escuchar y reflexionar sobre el Corán en varios idiomas. Ofrece traducciones, tafsir, recitaciones, traducción palabra por palabra y herramientas para un estudio más profundo, haciendo que el Corán sea accesible para todos.

Como Sadaqah Jariyah, Quran.com se dedica a ayudar a las personas a conectar profundamente con el Corán. Con el apoyo de Quran.Foundation , una organización sin fines de lucro 501(c)(3), Quran.com continúa creciendo como un recurso gratuito y valioso para todos, Alhamdulillah.

Navegar
Inicio
Radio Coránica
Recitadores
Sobre nosotros
Desarrolladores
Actualizaciones de productos
Retroalimentación
Ayuda
Donar
Nuestros Proyectos
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Proyectos sin fines de lucro adquiridos, administrados o patrocinados por Quran.Foundation
Enlaces populares
Súplicas del Corán
Versículo del Corán del día
Ayatul Kursi
Yasin
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqiah
Al-Kahf
Al Muzzammil
Mapa del sitio webPrivacidadTérminos y condiciones
© 2026 Quran.com. Reservados todos los derechos
Contribuir