Log masuk
Log masuk
Log masuk
Pilih Bahasa

Al-Muddaththir 74:8 فاذا نقر في الناقور ٨

Halaman 575 · Juz 29

فَإِذَا
نُقِرَ
فِي
ٱلنَّاقُورِ
٨
Yeroo xurumbaa keessa afuufame.
reading-goal:continue-reading

Baca q-and-a.tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

The First Ayat to be revealed after `Read!

It has been confirmed in the Sahih Al-Bukhari and Sahih Muslim on the authority of Abu Salamah that Jabir bin `Abdullah informed him t

…

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

The First Ayat to be revea

…
Lihat tafsirs

Baca related-content

8. Yeroo xurumbaa keessa afuufame. 9. Sun, guyyaan gaafasii guyyaa rakkisaadha. 10. Kaafiroota irratti (guyyaa) laafaa miti. 11. Nama ani kophaa isa uumee wajjin (walitti) Na dhiisi. 12. Kan Ani qabeenya bal'aas isaaf godhe. 13. Ilmaan dhiiraa kan isa biratti argamanis. 14. Bal'isuus kan Ani isaaf bal'ise; 15. Ergasii akka Ani isaaf dabalu kan kajeela; 16. Haa dhorgamu! Inni keeyyattoota Keenya mormaa ture. 17. Dhugumatti, rakkoo guddaattin isa dirqa. 18. Inni ni xiinxale; ni tilmaames. 19. Abaarame! Akkamumatti tilmaame? 20. Ergasiis abaarame! Akkamumatti tilmaame? 21. Ergasii ni ilaale 22. Ergasii fuula guure; akkaan jijjiirame. 23. Ergasii gara gale; ni boone. 24. Ni jedhes: "(Qur'aanni) kun falfala (nama biraa) irraa waraabame qofa. 25. Kun jecha namaa malee hin taane." 26. Saqar isa seensisuufin jira. 27. Saqar maal akka ta'e maaltu si barsiise? 28. (Foon) hin hambiftu (lafees) hin dhiiftu. 29. Gogaa gubduudha. 30. Ishee irra (waardiyyaa) kudha sagaltu jira. 31. Eegdota Ibiddaa malaykota malee kan biraa hin goone. Lakkoofsa isaaniis isaan kafaraniif qormaata malee hingoone, warri kitaaba kennaman akka mirkaneeffatan, warri amanan iimaana akka dabalatanuuf, warri kitaaba kennamaniifi mu'uminoonnis akka hin shakkinee, fi akka warri onnee isaanii keessa dhukkubni jiruufi kaafiroonni ‘Rabbiin (lakkoofsa) kanaan fakkeenya maalii fedhe’ jedhaniif (kana goone). Akka kanatti Rabbiin nama fedhe jallisee nama fedhe immoo qajeelcha. (Baay'ina) waraana Gooftaa keetii Isa malee homtuu hin beeku. Isheen namaaf gorsa malee waan biraatii miti.

- Ghali Apapur Apaghuna

reading-goal:continue-reading

Nota dan Renungan

reflection-not-available

Notes placeholders

Kekal Terhubung dengan Al-Quran ❤️

Peringatan ringkas yang bermakna untuk menetapkan semula, merenung dan kekal terhubung dengan al-Quran.

Baca, Dengar, Cari, dan Renungkan Al-Quran

Quran.com ialah platform dipercayai yang digunakan oleh berjuta-juta orang di seluruh dunia untuk membaca, mencari, mendengar dan merenung Al-Quran dalam pelbagai bahasa. Ia menyediakan terjemahan, tafsir, bacaan, terjemahan perkataan demi perkataan, dan alat untuk kajian yang lebih mendalam, menjadikan al-Quran boleh diakses oleh semua orang.

Sebagai Sadaqah Jariyah, Quran.com berdedikasi untuk membantu orang ramai berhubung secara mendalam dengan al-Quran. Disokong oleh Quran.Foundation , sebuah organisasi bukan untung 501(c)(3), Quran.com terus berkembang sebagai sumber percuma dan berharga untuk semua, Alhamdulillah.

Navigasi
Halaman Utama
Radio Al-Quran
Qari
Tentang Kami
Pemaju (Developers)
Kemas kini produk
Maklum balas
Bantuan
Derma
Projek Kami
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Projek tanpa untung yang dimiliki, diurus atau ditaja oleh Quran.Foundation
Pautan yang di gemari
Doa-doa daripada Al-Quran
Ayat Al-Quran Hari Ini
Ayatul Kursi
Surah Yaseen
Surah Al Mulk
Surah Ar-Rahman
Surah Al Waqi'ah
Surah Al Kahf
Surah Al Muzzammil
Peta lamanPrivasiTerma dan Syarat
© 2026 Quran.com. Hak cipta terpelihara
Sumbangan