Log masuk
Log masuk
Log masuk
Pilih Bahasa

Ghaafir (Al-Mu'min) 40:42 تدعونني لاكفر بالله واشرك به ما ليس لي به علم وانا ادعوكم الى العزيز الغفار ٤٢

Halaman 472 · Juz 24

تَدۡعُونَنِي
لِأَكۡفُرَ
بِٱللَّهِ
وَأُشۡرِكَ
بِهِۦ
مَا
لَيۡسَ
لِي
بِهِۦ
عِلۡمٞ
وَأَنَا۠
أَدۡعُوكُمۡ
إِلَى
ٱلۡعَزِيزِ
ٱلۡغَفَّٰرِ
٤٢
Na waamtu Akka ani Rabbitti kafaruufi waan waa’ee isaa beekumsa hin qabne isatti qindeessuuf. Ani immoo gara (Rabbii) injifataa, araaramaa ta’eettin isin waama.
Teruskan Membaca

Baca Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Conclusion of the Believer's Words, and the ultimate Destiny of both Parties

That believer said: `Why do I call you to salvation, which is the worship of Allah alone with no partner or associate, and belief in His Messenger, whom He has sent,'

وَتَدْعُونَنِى إِلَى النَّارِتَدْعُونَنِى لاّكْفُرَ بِ

…

The Conclusion of the Believer's Words, and the ultimate Destiny of both Parties

That believer said: `Why do I call you to salvation, which is the wors

…
Lihat Tafsir

Baca dalam Konteks

38. Inni amane ni jedhe: “Yaa ummata kiyya na hordofaa, Karaa qajeelaan isin qajeelchaa, . 39. Yaa ummata kiyya! Jiruun addunyaa tun qananii (yerooti). Aakhiraan isheetu ganda qubannaati. 40. Namni hamtuu hojjate, fakkaattuu isiitiin malee galata hin galfamu. Namni toltuu dalage, dhiiras ta’ee dubartii irraas,odoo amanee jiruu, isaan sun jannata seenan. ishee keessatti herrega malee kennamu. 41. Yaa ummata kiyya! Maali! kan Ani gara nageenyaatti isin waamu, isin immoo gara ibiddaatti na waamtuu? 42. Na waamtu Akka ani Rabbitti kafaruufi waan waa’ee isaa beekumsa hin qabne isatti qindeessuuf. Ani immoo gara (Rabbii) injifataa, araaramaa ta’eettin isin waama. 43. Dhugumatti, wanti isin itti na waamtan sun addunyaa keessattis ta’ee Aakhiraa keessatti waamichi homaatuu isaaf hinjiru. deebiin keenya gara Rabbiiti. daangaa dabroonni isaan warroota ibiddaati. 44. Waanin ani isiniin jedhu kana yaadachuuf jirtu. Ani dhimma kiyya gara Rabbiittin hirkifadha. Rabbiin gabroota Isaa argaadha.” 45. Rabbiin hamtuuwwan waan isaan itti wal mari’atanii jalaa isa baraarse. Maatii Fir’awnitti adabbii hamaatu bu'e. 46. Ibidda (jahannam) kan ganamaafi galgala ishee irra fidamantu (isaanitti bu'e). Guyyaa Qiyaamaan dhaabattu “maatii Fir’awni adabbii akkaan cimaa seensisaa.” 47. Yeroo ibidda keessatti wal mormanii, isaan dadhaboon isaan boonaniin jedhan “nuti isiniif hordofoo tahuu turre, sila isin nurraa deebisoodhaa qooda ibidarraa tahe?” (jedhan san) (yaadadhu.) 48. Isaan boonan nijedhan “nuti hunduu isheedhuma keessa jirra; Rabbiin dhugumatti gidduu gabrootaatti murteesseera”. 49. Isaan ibidda keessa jiran waardiyyoota jahannamiin nijedhan “Gooftaa keessan nuuf kadhaa (hanguma) guyyaa tokko (kan addunyaa) adabbii akka nurraa salphisu”. 50. (Waardiyyoonni) nijedhan “sila ergamtoonni keessan ragaa ifa ta’een isinitti hin dhufnee?” (Warri ibiddaatis) “eeyyeen; (nutti dhufaniiru)” jedhan. (Waardiyyoonni) ni jedhan “Kadhadhaa! Kadhaan kaafirootaa dhabama keessatti malee hin taane” jedhan.

- Ghali Apapur Apaghuna

Teruskan Membaca

Nota dan Refleksi

Anda tidak mempunyai sebarang nota atau renungan tentang ayat ini.

Notes placeholders

Kekal Terhubung dengan Al-Quran ❤️

Peringatan ringkas yang bermakna untuk menetapkan semula, merenung dan kekal terhubung dengan al-Quran.

Baca, Dengar, Cari, dan Renungkan Al-Quran

Quran.com ialah platform dipercayai yang digunakan oleh berjuta-juta orang di seluruh dunia untuk membaca, mencari, mendengar dan merenung Al-Quran dalam pelbagai bahasa. Ia menyediakan terjemahan, tafsir, bacaan, terjemahan perkataan demi perkataan, dan alat untuk kajian yang lebih mendalam, menjadikan al-Quran boleh diakses oleh semua orang.

Sebagai Sadaqah Jariyah, Quran.com berdedikasi untuk membantu orang ramai berhubung secara mendalam dengan al-Quran. Disokong oleh Quran.Foundation , sebuah organisasi bukan untung 501(c)(3), Quran.com terus berkembang sebagai sumber percuma dan berharga untuk semua, Alhamdulillah.

Navigasi
Halaman Utama
Radio Al-Quran
Qari
Tentang Kami
Pemaju (Developers)
Kemas kini produk
Maklum balas
Bantuan
Derma
Projek Kami
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Projek tanpa untung yang dimiliki, diurus atau ditaja oleh Quran.Foundation
Pautan yang di gemari
Doa-doa daripada Al-Quran
Ayat Al-Quran Hari Ini
Ayatul Kursi
Surah Yaseen
Surah Al Mulk
Surah Ar-Rahman
Surah Al Waqi'ah
Surah Al Kahf
Surah Al Muzzammil
Peta lamanPrivasiTerma dan Syarat
© 2026 Quran.com. Hak cipta terpelihara
Sumbangan